LAN
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Kompiyuutara) * cimdaa baldhina qe'ee, (LAN: gabaajee Ingiliffaa local area network) cimdaa kan kompiyuutaroonni qe'ee tokko (baldhina gabaabaa) keessaa walitti cimdaa'ani qabiyyee isaanii akka wal jijjiiran taasisaa. (Fkn. cimdaa baldhina qe'ee yuunivarsiitii)