Jump to content

Wajjummaa

Wikipedia irraa
Image
Mallattoon wajjummaa
Image
Wajjummaan jechuun maali (animeeshinii wajjin).

Kaalkulasii keessatti, Wajjummaan samii caatoo hima jala jiruudha (yeroo tokko tokko "naannoo golboo(curve) jala jiru" jedhama). Wajjummaan garagaltoo babbaafamaa (derivative) yoo ta’u, kaalkulaasiin Wajjummaan immoo faallaa kaalkulasii adduummaati.